Godina Qellem Wallaggaa bulchiinsa magaalaa Dambii Dolloo fi aanota ishee keessaa ibsaan torban tokkoo oliif baduun uummatni rakkoo keessa jiraachuu dubbatu
ONM-ABO Caamsaa 2, 2023 Sirni bulchiinsa aangoo impaayera Itoophiyaa dhuunfatee maqaa mootummaan of waamu Biltsiginnaan, rakkoolee tajaajila hawaasummaa lammiilee biyyattii…
