Hasawaa Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa | Gumaacha WBO – Imaanaa Goototaa Oromoo Galmaan Geenyaa |Jaarmayaa ABO-WBO Idil-Addunya | Ebla 18, ’26
https://twitter.com/ArraataO/status/2045917435333861423/video/1?s=48
https://twitter.com/ArraataO/status/2045917435333861423/video/1?s=48
Gabaasa Tarkaanfii ONM-ABO Ebla 19-2026 itti dhiyaadhaa!WBOn Aanaa Guutoo Giddaa keessatti diina adabuu beeksise.Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-Facebook:-https://www.facebook.com/profile.php?id=61574067972541YOOKIINhttps://www.facebook.com/OromiaNationalMediaTwitter:-https://twitter.com/ArraataOTelegram:t.me/arraata_biyyoolessa_oromiyaaYouTube:-http://www.youtube.com/@arraata-k5kRumble:-https://rumble.com/c/ONMYaada, gaaffii fi qeeqa yoo…
ONM-ABO Eebla 19, 2026 Meeksikoo, Ispeenii fi Biraazil Kuubaa keessatti ”haala dinqisiisaa” bulchiinsa Ameerikaatiin ji’ootaaf dhiibbaa ishee mudachaa ture irratti…
ONM-ABO Eebla 19, 2026 Godina Baha Wallaggaa aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Dirree Guddaa magaalaa Dirree jedhamutti mootummaan gabroomfataa PP haleellaa…
ONM-ABO Eebla 19, 2026 Godina Baha Shaggar magaalaa Adaamaa keessatti murni Bilxiginnaa maqaa filannoo sobaatiin kaardii fudhadhaa jechuun uummata dararaa…
ONM-ABO Eebla 19, 2026 Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gaawoo-Qeebbee ganda Sicha’oo keessaa waraanni murna gabroomfataa PP Ebla 17, 2026 dargaggoota…
ONM-ABO Eebla 19, 2026 Godina Lixa Wallaggaa aanaa Boojjii Birmajjii keessaa miseensi waraanaa murna Bilxiginnaa tokko hidhannoo guutuu waliin Waraana…
https://twitter.com/arraatao/status/2045910376559370743?s=48
Qophii Addaa ONM-ABO Ebla 19-2026 itti dhiyaadhaa!Eebba Waraana Bilisummaa Oromoo WBO Zoonii Kibbaa Koonyaa Gujii Lixaa Marsaa Quufa!Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-Facebook:-https://www.facebook.com/profile.php?id=61574067972541YOOKIINhttps://www.facebook.com/OromiaNationalMediaTwitter:-https://twitter.com/ArraataOTelegram:t.me/arraata_biyyoolessa_oromiyaaYouTube:-http://www.youtube.com/@arraata-k5kRumble:-https://rumble.com/c/ONMYaada,…
Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Ebla 19-2026 itti dhiyaadhaa!Sababni Uummata Oromoo Gabrummaa keessa tureef Maal?, Haala Dhaabni ABO-WBO Yeroo amma irratti…