Jaal Jireenyaa Guddataa waliin taasisne bor galgala qabannee isiniif dhiyaanna
Daawwattootaa fi Dhaggeeffattoota keenya kabajamoo qophii addaa dhimma impaayeera Itoophiyaa, Oromoo fi Oromiyaa akkasumas gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo ilaalchisuun turtii…
