ONM-ABO 11 Bitootessa 2023 Murni faashistii PP ilmaan Oromoo ajjeesuun hawaasicha sodaachisee siyaasa isaa fudhachiisuuf tooftaa waraanaa godhatee hojjetu, gocha…
ONM-ABO 11 Bitootessa 2023 Murni caasaa waraanaa jabaa ijaaruun qabaan ilmaan hiyyeessaa humnaan qe’ee irraa qabee waraana taasisuu fi meeshaalee…
https://youtu.be/EXaYoPlczKk
SQ-Bitootessa 11/2023 Hidhaafi doorsifni isaanirratti raawwatamaa jiraachuu kan himan barsiisonni mana barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuu, caasaan finxaaleyyii Amaaraa manneen barnootaa…
ONM-ABO 11 Bitootessa 2023 Uummata akka dararaniif murni bilxiginnaa waraanaa fi caasaa isaa erga uummata keessatti bobbaasee hawaasni miidhaa fi…
https://youtu.be/LfiQ-5eFZao
ONM-ABO 10 Bitootessa 2023 Murni bilxiginnaa uummatni Oromoo nagaan qe’ee abbaa isaa irra akka hin jiraanneef lola waraana isaa itti…
ONM-ABO 10 Bitootessa 2023 Ilmaan Oromoo dachee abbaa isaanii irratti mirga lubbuun jiraachuu dhabuun waraana faashiistii bilxiginnaan ajjeeffamaa fi nagaan…
ONM-ABO 10 Bitootessa 2023 Dhufaatii isaa irraa qabuun uummata Oromoo dararuutti kan muddame mataan nafxanyoota Abiy Ahimed waraana fi dabballoota…
ONM-ABO 10 Bitootessa 2023 Dhufaatii isaa irraa qabuun uummata Oromoo dararuutti kan muddame mataan nafxanyoota Abiy Ahimed waraana fi dabballoota…