Qophii Raadiyoonii Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ebla 3, 2023
https://videopress.com/v/bG2cJ58A?resizeToParent=true&cover=true&preloadContent=metadata&useAverageColor=true
https://videopress.com/v/bG2cJ58A?resizeToParent=true&cover=true&preloadContent=metadata&useAverageColor=true
ONM-ABO Ebila 3, 2023 Komishiniin haaromsa biyyaalessaa lola kaaba impaayerittii fi bakkoota biroo jiran waliin wal qabsiisuun deebisanii gadi dhaabuuf…
ONM-ABO Ebila 3, 2023 Rakkoo nageenyaa fi siyaasa impaayerattii mudatee jiruuf balbala nagaa banee Marii dhimmamtoota hundumaa hirmaachise geggeessuun furmaata…
ONM-ABO Ebila 3, 2023 Waraanni shororkeessaan Abiy Ahmed impaayera Itoophiyaa kufuuf qarqara irra jirtu kufaatii irraa baraaruuf lagaa fi daga…
https://youtu.be/10ewhbZeI68
ONM-ABO Ebila 3, 2023 Waraanni goolessaan Bilxiginnaa lola waggoottan shan keessatti waraana bilisummaa Oromoo waliin geggeessaa tureen, kisaaraa fi gaaga’ama…
ONM-ABO Ebila 3, 2023 Daboo siyaasaaf jecha murni waraana biyyoota ollaa fi dirqiin namoota leenjisuun bobbaasu bilxiginnaan rakkoo uummataa furuu…
ONM-ABO Ebila 3, 2023 Mooraan Waraana bilxginnaa guyyaa gara guyyaatti diigamuu itti fufuun, waraanni sirnichaa sabaan Oromoo ta’an hedduun isaanii…
ONM-ABO Ebila 3, 2023 Galma amantii waaqeffannaa Malkaa Birraatee Mogoritti argamtu keessaa jimaata darbe jechuun Bitootessa 31, 2023 gaggeessaa wiirtuu…
https://youtu.be/f1vX1nkq8Gk