Naannoo Beenishaangul Gumuz magaalaa Asoosaa keessaa jaleewwan Bilxiginnaa dargaggoota Oromoo adamsanii qabuun gara leenjii waraanaatti guuraa jiraachuun himame
ONM-ABO Bitootessa 31, 2026 Naannoo Benishaangul Gumuz magaalaa Asoosaa fi naannawaa isheetti jaleewwan Bilxiginnaa dargaggoota Oromoo irratti xiyyeeffachuun adamsanii qabuu…
