Aanaa Harxummaa Furseetti hidhattoota Koloneel Abiyi Ahimediin hidhaa, reebichaa fi gudeeddiin maatii qabsaa’otaaf sabboontota ilmaan Oromoo irratti raawwatamu cimee itti fufe
ONM-ABO Eebla 19, 2026 Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Harxummaa Fursee guutummaa onichaa keessatti ergamtootni murna PP maqaa sakattaa WBO…
