Qophii Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo ABO-WBO Waxabajjii 23, 2022
https://youtu.be/sQ_joSnbxF4
https://youtu.be/sQ_joSnbxF4
Ona Giddaa Ayyaanaatti Wal-ta’insii humnoota Faannoo, Milishaa Amaaraa fi Waraanni PP Qe’ee fi Qabeenya Uummataa Ibiddaan Gubuun Dhaga’ame Guyyaa dheengaddaa,…
Ajjechaan Ilmaan Oromoo Akkuma Itti Fufetti Jira. Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamtee keessatti dargaggoo Hundaa’ol Beenyaa sababa Oromummaa isaa qofaaf…
Waraanni Bilisummaa Oromoo Operation haaraa eegale. (SQ Waxabajjii 14, 2022) Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixa Impaayerittii keesaatti sadarkaa jechuun dandaa’amuun…
https://youtu.be/JYLiYwC1rBc
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Yuunivarsiitii Bulee Horaa Fincila Diddaa Gabrummaa Dhoosan Barattoonni Oromoo mooraa Yuunivarsiitii Bulee Horaa guyyaa har’aa jechuunis Waxabajjii…
https://youtu.be/x_iztNvRxsY
Korri ABO -WBO Finfinnee hanga Lixa Oromiyaatti Geggeeffame Milkiin Goolabame.Waraanni Bilisummaa Oromoo Sadarkaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo kan jijjire Kora Geggeeffachaa…
Galaalchessituu TV FiB kan taate shamarree Sabboontuu Ahmed yakka tokko malee guyyaa kaleessaa jechuunis Caamsaa 26/2022 Magaalaa Finfinnee keessaa humnoota…
https://youtu.be/djQDB2CCPmw