Waraanni PP Ukkaamsaa fi Dararaa Barataa Oromoo Irratti Raawwataa Jiru
Waraanni PP Ukkaamsaa fi Dararaa Barataa Oromoo Irratti Raawwataa Jiru. Barataa Oromoo Yuunvarsiitii Wallaggaa damee Gimbii kan ta’ee fi maqaan…
Waraanni PP Ukkaamsaa fi Dararaa Barataa Oromoo Irratti Raawwataa Jiru. Barataa Oromoo Yuunvarsiitii Wallaggaa damee Gimbii kan ta’ee fi maqaan…
Haleellaa Diroonii fi Saamicha uummataa Lixa Shaggar Ona Abuunaa Gindabarat! (SQ Caamsaa 23, 2022) Ganda Doggoma Kibbii Miidhaa haleellaa Diroonii…
Waraanni Mootummaa Daa’ima Kichuu ajjeese.(SQ-Caamsaa22/2022)Waraanni mootummaa Abbaa Irree ilmaan Oromoo lafarraa duguugaa jira.Caamsaa 21/2022 waraanni mootummaa Tuluboolloo irraa gara Giincii…
https://youtu.be/gfpyquC1caM
Waraanni Bilxiginnaa Hayyoota Oromoo galaafachuu itti fufe. (SQ-Caamsaa 22/2022)Baatii Muraasa Dura Abboota Gadaa Karrayyuu waraana bilxiginnaan ajjeefaman bira kan hafee…
Giddu Galeessa Oromiyaa Ona Ammaayyaa Araddaa Ajjamootti Waraanni Bilxiginnaa Mana jiraattoota guban. (SQ-Caamsaa 21/2022)Kibba Lixa Shaggar Ona Ammaayyaa Ganda AjjamoottiWarraanni…
Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii Giddu Galeessaa Konyaa Kibba Lixa Shaggar Diina Haleele. (SQ-Caamsaa 21/2022)Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessa Konyaa…
Waldaa Agartuu Oromoo Ilman Oromoo biyyoota Addunyarra jirtan,biyya keessafi biyya Alaa,Ardii hundumarra jiraattanii Waraana keessan Waraana Bilisummaa Oromoo tumsuufi dinagdeen…
https://youtu.be/69p48IkGyiw
Oromiyaa Guutuu keessaatti dargaggoota Oromoo Mana hidhaa baasuun waraanni bilxiginnaa Ajjeessa jiru.(SQ-Caamsaa 19/2022) Bahaa Oromiyaa Aanaa Baddannootti Qeerroo Murtii Aliyyii…