Murni bilxiginnaa godina baha Harargee ona Jaarsoo fi Haramaayaa keessatti dararaan itti fufuu jiraattootni dubbatan. ( ONM-ABO Waxabajjii 14,2022 )…
Godinaa addaa nannaawwaa Finfinnee bulchinsaa magaalaa Buraayyuu keessatti waraanni maafi’aa bilxiginnaa qeerroowwan Oromoo dirqiin qabanii gara mooraa leenjii waraanatti erguuf…
Godina Arsii bahaa ona Shirkaa keessatti waraanni sirna PP ilmaan Oromoo hidhaa fi reebichaan dararaa jiru. ( oduu ONM-ABO Waxabajjii…
Godina lixa Wallaggaa aanoota adda addaa keessatti murni maafi’aa PP ijoollee Oromoo humnaan maatii biraa qabee leenjii waraanaaf ergaa jiraachuun…
Oolmaa tarkaanfii Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo ,lola bifa haraan WBOn humna waraana adda bilisa baasaa Gambeelaa waliin ta’uun magaalaa Gambeelaa…
https://youtu.be/v9Oxv_AYgF4
Murni jibbamaan pp godina baha Harargee ona Dadar keessatti uummata nagaa dirqamaan raayyaa ittisa biyyaa deemuu qabdan jechuun dararuu daran…
https://youtu.be/m8QNFDUF75g
https://youtu.be/KDDJzbRopCU
Waraanni Bilisummaa Oromoo Operation haaraa eegale. (SQ Waxabajjii 14, 2022) Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixa Impaayerittii keesaatti sadarkaa jechuun dandaa’amuun…