https://youtu.be/ptBEoKvZFE0
Tarkaanfii WBOn waraana faashistii bilxiginnaa irratti fudhatu itti fufuun Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii giddu galaa Cibraan Irbuu Shinniiggaa lixa Shaggar…
Targeting of Oromo Civilians can never Reverse the Course of our Advance!(OLF-OLA Press Release) After successfully repelling the regime’s heightened…
https://youtu.be/EDYYZAkiOu0
Cuunfaa gabaasa injifannoo WBO zoonii kibbaa konyaa gujii bahaa har’aa !( ONM-ABO Waxabajjii 16,2022 ) Irree fi gaachanni uummata Oromoo…
CUUNFAA GABAASA INJIFANNOO WBO ZOONII KIBBAA KONYAA GUJII BAHAA GUYYAA KALEESSAA! ( ONM-ABO Waxabajjii 16,2022 ) Abdii fi wonteen uummata…
Godina Booranaa Aanaa Dirree keessaa waraanni bilxiginnaa qeerroowwan Oromoo humnaan qabuun leenjii waraanaaf ergaa jira. ( ONM-ABO Waxabajjii 15,2022 )…
Lixa Shaggar onoota garaagaraa keessatti waraanni bilxiginnaa dararaa hammeessaa jiraachuu jiraattootni dubbatan. ( ONM-ABO Waxabajjii 15,2022 ) Godina lixa Shaggar…
Godina adda naannawaa Finfinnee bulchinsa magaalaa Buraayyuutti dargaggoota ukkamsuu fi kaabinoonni magaalichaa lafa qonnaan bultoota saamuun gurgurachaa jiru. ( ONM-ABO…