Godina Gujii Lixaatti tikni mootummaa tokko WBO harka bu’uun dirqama itti turee fi itti jiru hime
Godina Gujii Lixaatti tikni mootummaa tokko WBO harka bu’uun dirqama itti turee fi itti jiru hime. (ONM-ABO Bitootessa 04,2022) Teessoo…
Godina Gujii Lixaatti tikni mootummaa tokko WBO harka bu’uun dirqama itti turee fi itti jiru hime. (ONM-ABO Bitootessa 04,2022) Teessoo…
Waraanni Mootummaa Barataa Kutaa 11 ffaa Kan tahee Namoomsaa Masgabuu Ajjeesun Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo odeeffate. Waraanni Mootummaa Barataa Namoomsa…
WBOn Giddu Galeessaa Oromiyaa godina lixa Shaggar ona Liiban Jaawwii keessatti tarkaanfii fudhate! (ONM-ABO Bitootessa 2,2022) Korommiin gidduu galeessa Oromiyaa…
Waraanni bilisummaa oromoo koonyaa Horro Guduruu Jajjabee ji’oota darbaniif leenjii siyaasaa fi waraanaa kennaafii ture eebbisiise. (ONM-ABO Bitootessa 2, 2022)…
Kaaba Shaggar ona Warra Jaarsoo keessatti kaleessa namoota shan ajjeesuun barame. ( ONM-ABO Bitootessa 01, 2022 ) Dachee Oromiyaa irratti…
WBO zoonii GG kaaba fi kaaba lixa Shaggar tarkaanfii laalessaa fudhateen 57 ajjeesee 35 madeessuu ibse! ( ONM-ABO Guraandhala 28,2022…
Mootummaan sirna PP godina baha Shaggar ona Boosat ganda Siifaa Battee ni barbadeessina jechuun uummatni ofiin akka buqqa’u gochaa jiraachuun…
Magaalaa Dambi Doollootti Waraanni Bilxiginnaa Hojjetaa Baankii Daldala Itoophiyaa Ajjeese! — SBS-Guraandhala 27/2022 — Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti…
https://www.youtube.com/watch?v=IXAMzCCVtBc Wallee, Jaal Hawwii Mahaammud- 'Sinfaarsa WBO koo' jedhu guyyaa muraasa booda ol baafna nu eeggadhaa! Gurraandhala 24, 2022
Oromoon Ammatti Mootummaa Akka Hin Qabne Beekuun Dirqama Sadarkaa biyya ijaaruu fi bulchuutti Oromoon madaala dhumaa fi waa’ee hin baasne…