Waamicha Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa Haaraa (Qeerroo Bilisummaa Oromoo)
Uummatni Oromoo koloneffattoota kaabaan erga xumura jaarraa 19ffaa humnaan cabee kaasee garbummaa hadhooftuu eenyummaa namummaa isaa mulqitee fi akka sabaatti…
Uummatni Oromoo koloneffattoota kaabaan erga xumura jaarraa 19ffaa humnaan cabee kaasee garbummaa hadhooftuu eenyummaa namummaa isaa mulqitee fi akka sabaatti…
ONM-ABO Amajjii 13, 2024 Duguuggaa sanyii murni bilxiginnaa loltoota isaaf amanamoo ta’an bobbaasee uummata Oromoo irratti raawwachaa jiru mormuun uummanni…
Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti Sadaasni Sagal guyyaa yaadannoo “Fincila Diddaa Garbummaa” jedhamee bara baraan ni yaadatama. Sadaasa 09, 2005…
SQ- Sadaasa 2/2023 Wixata Galgala sa’aa 1:30 Dargaggoo Eliyaas Milkeessaa waraanni Mootummaa yakka tokko malee ajjeesan. Eeliyaas Dhalataa aanaa Tokkee…
Fulb. 29/2021(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo) Sabni Oromoo Impaayera Xoophiyaa kan sirna qeenxee fi ol’aantummaa saba tokkootiin dhuunfatamte ofirraa cabsee, biyya…
Fulbaana 10, 2023 Seenaa Qabsoo Biyyoota Gabroomfamanii mirga ofiif falmataa turanii keessatti ajjechaawwan suukkanneessoon hedduun raawwatamuun, aarsaan qabsoof godhamu marti…
Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhiigaa fi lafee qabsaa‟ota bilisummaatiin gulantaa kanarra ga‟eera. Kaayyoon Qabsoo Bilisummaa Oromoo mirga Abbaa Biyyummaa fi Walabummaa…
Ergaa “Baga Eebila 15, 2023 geessanii” Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa. Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti Eebilli 15 guyyaa itti Oromummaan…
Sagantaa ijaarsa biyyaaleessa oromiyaa milkeessuuf haleellaa Ijaaraawaa diiggaa(Oromoo ijaaraa garbummaa diiguuf) impaayera itophiyaaf humnoota Oromoo gidduutti tahuu keessaa ilmaan oromoo…
Haguuma QBO Galmaa akeeka ishii handhuura Oromiyaatti faana dhiyeeffataa adeemtu, humnoonni akeeka dhuunfaa qabaniif karaa irraa sagantaan alaa raafamniif qilleensi…