Diinni Waan jedheef beeka waan deebisuuf abbaan itti beeka!
Yeroo kanaatti watwaannaan diinaa kamiyyuu Impaayera tana dhabama irraa oolchuufi malee dantaaf fedhii Oromoo Kan gidduu gala godhatee mitii! wanti…
Yeroo kanaatti watwaannaan diinaa kamiyyuu Impaayera tana dhabama irraa oolchuufi malee dantaaf fedhii Oromoo Kan gidduu gala godhatee mitii! wanti…
Gaaffii afaan ofiitiin eenyummaa ofii kabajanii, abboota ofiitiin geggeeffamanii—Biyya ofii Oromiyaa keessatti Waaqa ofii waaqeffachuuf Oromoon dhiyeesse hordofee, wal-dhibdeen keessoo…
Yeroon Uummanni Oromoo Tokkummaatiin Waltumsee, Garboomfattoota awwaalu amma Uummati Oromoo Walloo Jaarraa hedduuf erga humna Weerartoota Habashaan lafa isaa irratti…
Kana booda Jaarmiyaan gad hafee tokkiichi hin jiruu, tiknii guddaan Impaayerri tun ittiin Oromoo cabsitee Hundeeffamuu mana lubuummaa ortodoksii Oromiyaaf…
“Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Jedhamuun Kan Kabajamu Amajjiin Tokko (1), Akecktuu Guyyaa Walabummaa Oromiyaati.” (Jaal-bultii Guyyaa WBO Ilaalchisee Ibsa Qeerroo…
“Labsii Ugguraa” kan Koreen Qindeessituu Warraaqsa Oromoo Baraaruu fi Qeerroon Bilisummaa Oromoo waliin ta’un Mudde 11, 2022 ibsa baasee, Mudde…
Ibsa Baqattoota Oromoo Biyya Keeniyaa Haala Yeroo Oromoo Fi Oromiyaa Irratti KennameJaarraa tokkoo fi walakkaa oliif impaayerri xoopiyaa uummata Oromoo…
Warraaqsi Oromiyaa Baraaruu itti fufeera. (SQ-Mudde 12/2022)Buunnoo Beddelee Aana Daaboo mana barumsa Guutee Amuumaa Warraaqsa geggeessa oolan.
Humnoonni PP kan mooraa Yuunivarsitii Wallaggaa buufatan barattoota hiriira nagaa bahan irratti reebicha hamaa raawwatan. Hiriira mormii barattootni Oromoo Yuunivarsiitii…
Warraaqsi Oromiyaa Haa Baraarruu jedhu akkuma itti fufeetti jira. (SQ-Mudde 12/2022)Labsii Qeerroo Bilisummaa Oromoo mudde 11/2022 bakkoota hedduutti guyyaa har’a…