WBO Zoonii gidduu galeessa kaaba lixa shaggar tarkaanfii laalessaa waraana Pp irratti fudhachu ibse
WBO Zoonii gidduu galeessa kaaba lixa shaggar tarkaanfii laalessaa waraana Pp irratti fudhachu ibse. ABO-ONM Bitootessa 13, 2022 Irreef gaachanni…
WBO Zoonii gidduu galeessa kaaba lixa shaggar tarkaanfii laalessaa waraana Pp irratti fudhachu ibse. ABO-ONM Bitootessa 13, 2022 Irreef gaachanni…
Waldaan Agartuu Oromoo Gaachana Saba Oromoo Waraana Bilisummaa Oromoo WBO’f Tumsa Maallaaqa Qarshii Itiyoophiyaa Kuma dhibba tokkoo fi kuma kudha…
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zooniilee Kibbaafi Kaaba Oromiyaa keessa socho’u, tarkaanfii diina irratti fudhateen injifannoo boonsaa galmeesse. (ABO-ONM Bitootessaa11,2022) Waraanni Bilisummaa…
Barsiisaa fi ogeessi fayyaa waraana pp tiin hidhaman (SQ-Bitootessa 10, 2022) Godina Wallagga Bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaatti barsiisaa Gammachuu Wiirtuu…
Shaggar Lixaa Ona Gindabarat Magaalaa Kaachisitti Ajjechaan Suukaneessaan raawwatame. Obbo Joonsee Biqilaa maanguddoon jedhaman Ilmasaanii Qannoo Joonsee kan Mana Hidhaa…
Mootummaan Abbaa Hirree Kan Bilxiginnaan Durfamu Dargaggoota Mana Hidhaa keessaa baasee Ajjeesisuu itti fufe. Dargaggoo Gammachuu Yaaddeessaa Yakka tokko Humna…
WAAMICHA DUULA LAGANNAA GABAA AJAJAA ABO-WBO ZOONII GIDDUU GALEESSAA IRRAA SQ Bitootessa 8/2022] Haalota qabsoo bilisummaa oromoo waggoota 150 sirna…
Barattoonni Oromoo Mooraa Yuuvarsiitii Finfinnee Haalaa Yaaddessaa Keessa Jiraachuu Himatu. Guyyaa gaafa Bitootessa 5/2022 irraa jalqabee haalli mooraa keessa jiru…
Irree fi wabiin uummata Oromoo qeerransichi Waraana Bilisummaa Oromoo zooni giddu gala waraana faashisti watwaachisa jira. (ONM-ABO Bitootessa 6,2022) Bitootessa…
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Giddu Galeessaa Oromiyaa Kaabaa fi Kaaba Lixa Shaggar tarkaanfii laalessaa waraana sirna PP Irratti Fudhate! (…