Godina Arsii lixaa magaalaa Shaashamannee keessatti waraanni murna faashistii PP nama tokko ajjeesuun lama madeessan. ( ONM-ABO Waxaabajjii 3,2022 )…
Waraanni faashistii PP bahaa Harargee magaalaa Awwadaay keessatti uummata nagaa reebuu cimsan. ( ONM-ABO Waxaabajjii 3,2022 ) Murni maafian PP…
Godina Booranaa ona Miyoo magaalaa Hiddii Lolaatti qeerroo tokko waraanni gabroomfataa PP reebuun miidhaa jabaaf saaxiluun dhagahame. ( ONM-ABO Waxaabajjii…
Lixa Shaggar ona Miidaaqany keessatti waraanni weerartuu PP nama nagaa tokko ajjeesan. ( ONM-ABO Waxaabajjii 3,2022 ) Qe’ee Oromoo keessatti…
Murni maafi’aa PP bulchiinsa magaalaa Adaamaa keessaa qeerroowwan Oromoo ukkaamsaa jiraachuun ibsame. ( ONM-ABO Waxaabajjii 3,2022 ) Murni maqaa mootummaan…
Godina Qellem Wallagaa ona Anfillootti Sanbata dhufu irraa eegaluun guyyoota lamaaf sakkatta’iinsa waraana bilisummaa Oromoo geeggeessina jechuun ummata dirqisiisuuf karoorfatanii…
Barataan Baduraddiin Mohammed jedhamu University Finfinnee mooraa Fb keessaa kaleessa poolisii federaalaatiin akka malee reebamuun mana hidhaatti geeffame. ( ONM-ABO…
Godina Lixa wallaggaa aanotaa mara keessatti Gajaraa fi eeboon sakata’iinsa WBOf uummatni akka ba’u waraanni sirna PP dirqamsiisaa jiraachuun barame.…
Waraanni murna maafi’aa PP godina Horroo Guduruu Wallaggaa ona Jimmaa Gannatii keessatti manneen namootaa gubuun qabeenyas barbadeessan. ( ONM-ABO Waxaabajjii…
Lixa Shaggar Aanaa Ilfataatti waraanni faashistii PP dabballoota aanaa of dura oofuun manneen qotee bulaa Oromoo 5n abiddaan gubuun barbadeessan.…